LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Daawit, “Hin sodaatin; ani abbaa kee Yonaataaniif jedhee jaalala amanamaa sitti nan argisiisa;+ lafa akaakayyuu kee Saaʼol hundumaa siifan deebisa; atis yeroo hundumaa maaddii koo irraa ni nyaatta”*+ isaan jedhe.

  • 2 Saamuʼel 10:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti Daawit, “Akkuma abbaan isaa jaalala amanamaa anatti argisiise, anis Hanuun ilma Nahaashitti jaalala amanamaa nan argisiisa” jedhe. Kanaafuu, Daawit sababa duʼa abbaa isaatiif akka isa jajjabeessaniif tajaajiltoota isaa gara isaatti ni erge. Haa taʼu malee, tajaajiltoonni Daawit yommuu gara biyya Amoonotaa dhufan,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi