-
Ruut 3:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kanaafuu, dhiqadhu, zayitii urgaaʼus dibadhu; achiis uffata kee isa gaarii uffadhuutii gara oobdii sanaatti gad buʼi. Hanga inni nyaatee, dhugee xumurutti achitti argamuu kee namichi akka beeku hin godhin.
-