2 Saamuʼel 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kana gidduutti Kebroon keessatti Daawit ilmaan ni dhalche.+ Ilmi isaa inni angafaa Amnoon+ isa Ahinoʼaam+ ishiin nama biyya Yezriʼel deesse dha.
2 Kana gidduutti Kebroon keessatti Daawit ilmaan ni dhalche.+ Ilmi isaa inni angafaa Amnoon+ isa Ahinoʼaam+ ishiin nama biyya Yezriʼel deesse dha.