-
2 Saamuʼel 13:12-14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Ishiin garuu akkana isaan jette: “Hin taʼu, yaa obboleessa koo! Na hin salphisin; wanti akkanaa Israaʼel keessatti raawwatamuu hin qabu.+ Wanta nama qaanessu kana hin raawwatin.+ 13 Salphina akkanaa akkamittan baadhee jiraachuu dandaʼa? Atis Israaʼel keessatti namoota salphoo taʼan keessaa akka isa tokkootti ni ilaalamta. Ammas maaloo, mooticha gaafadhu; innis anaan si hin dhowwatu.” 14 Inni garuu ishii dhagaʼuu dide; humnaan ishii irra caalee ishii gudeeduudhaan ishii salphise.
-