-
Lakkoofsa 35:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “‘Nama lubbuu balleesse sana kan ajjeesu nama haaloo baʼu dha. Inni yommuu isa argatutti ofuma isaatiin isa ajjeesa.
-
-
Lakkoofsa 35:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 namni haaloo baʼu sunis namicha lubbuu balleesse sana daangaa magaalaa itti baqate sanaa alatti argatee yoo isa ajjeese, namni kun dhiiga isaatiif itti hin gaafatamu.
-