LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 14:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, Yoʼaab gara Teqoohaatti+ nama ergee dubartii gamna takka achii waamsisee akkana ishiidhaan jedhe: “Maaloo, akka nama gadda irra jiruu taʼi; uffata gaddaa uffadhu; zayitiis hin dibatin.+ Akka dubartii namni jalaa duʼee fi yeroo dheeraadhaaf gaddaa turtee taʼi.

  • 2 Saamuʼel 14:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kunoo, guutummaan maatichaa ana garbittii tee irratti kaʼanii, ‘Kana gochuun keenya isa dhaalu sana balleessuu yoo nutti taʼe iyyuu, lubbuu obboleessa isaa isa inni ajjeese sanaaf akka isa ajjeesnuuf, gurbaa isa obboleessa isaa ajjeese sana dabarsii nutti kenni!’ naan jechaa jiru.+ Isaan mukukkula tokkittii naaf hafte* sana dhaamsuu fi maqaas taʼe sanyii* abbaa manaa kootii lafa irraa balleessuuf jedhu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi