-
2 Saamuʼel 14:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yoʼaab ilmi Zeruuyaa,+ garaan mootichaa Abishaalomiin akka yaade hubate.+ 2 Kanaafuu, Yoʼaab gara Teqoohaatti+ nama ergee dubartii gamna takka achii waamsisee akkana ishiidhaan jedhe: “Maaloo, akka nama gadda irra jiruu taʼi; uffata gaddaa uffadhu; zayitiis hin dibatin.+ Akka dubartii namni jalaa duʼee fi yeroo dheeraadhaaf gaddaa turtee taʼi. 3 Achiis gara mootichaatti seeniitii akkana jedhii isatti dubbadhu.” Sana booda Yoʼaab wanta dubbattu ishiitti hime.
-