Baʼuu 22:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Waaqayyoon hin abaarin;+ geggeessaa* saba kee gidduu jirus hin abaarin.+ Lallaba 10:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaada keetti* illee mootii hin abaarin;+ kutaa ciisichaa kee keessattis sooressa hin abaarin; sababiin isaas, simbirri* sagalee* sana dabarsuu dandeessi yookiin uumamni qoochoodhaan* barristu wanta jedhame irra deebitee dubbachuu dandeessi.
20 Yaada keetti* illee mootii hin abaarin;+ kutaa ciisichaa kee keessattis sooressa hin abaarin; sababiin isaas, simbirri* sagalee* sana dabarsuu dandeessi yookiin uumamni qoochoodhaan* barristu wanta jedhame irra deebitee dubbachuu dandeessi.