LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 10:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Daawitis waaʼee kanaa yommuu dhagaʼu, loltoota isaa warra ciccimoo+ taʼan dabalatee Yoʼaabii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaa ni erge.

  • 2 Saamuʼel 24:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, mootichi Yoʼaab+ isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼee fi isaa wajjin tureen, “Ani lakkoofsa uummatichaa akkan beekuuf, maaloo, Daan irraa hamma Ber Sheebaatti+ gosoota Israaʼel hundumaa keessa naannaʼaatii uummaticha galmeessaa” jedhe.

  • 1 Mootota 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yommuu Daawit Edoomiin moʼetti,+ Yoʼaab ajajaan raayyaa waraanaa warra ajjeefaman awwaaluuf ol baʼee, akkasumas dhiirota Edoom keessa jiran hunda ajjeesuuf yaalii godhee ture.

  • 1 Seenaa Baraa 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Daawit, “Namni jalqaba Yebuusota rukutu kam iyyuu ajajaa fi geggeessaa ni taʼa” jedhe. Achiis Yoʼaab+ ilmi Zeruuyaa jalqaba ol ni baʼe; innis ajajaa taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi