-
2 Saamuʼel 19:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Achiis Shimeʼiin+ ilmi Geeraa namni gosa Biiniyaam inni ganda Baahuriimii dhufe, namoota Yihudaa wajjin Daawit Mooticha simachuuf dafee gad buʼe;
-