2 Saamuʼel 15:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kana malees, Abishaalom yommuu aarsaawwan dhiheessetti, Ahitoofel+ Giloonicha isa gorsituu+ Daawit taʼetti nama ergee magaalaa isaa Giloon+ keessaa isa waamsise. Dabni Abishaalom qopheesse ittuma cimaa deeme; namoonni Abishaalomiin deggeranis lakkoofsi isaanii baayʼachaa deeme.+ 2 Saamuʼel 15:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.
12 Kana malees, Abishaalom yommuu aarsaawwan dhiheessetti, Ahitoofel+ Giloonicha isa gorsituu+ Daawit taʼetti nama ergee magaalaa isaa Giloon+ keessaa isa waamsise. Dabni Abishaalom qopheesse ittuma cimaa deeme; namoonni Abishaalomiin deggeranis lakkoofsi isaanii baayʼachaa deeme.+
31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.