-
Iyyaasuu 16:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+ 2 Achiis Beetel ishii kan Luuz taate irraa kaʼee hamma daangaa Arkootaa isa Ataarot biratti argamuutti itti fufa;
-