2 Saamuʼel 11:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Daawit gaaf tokko galgala* siree isaa irraa kaʼee baaxii mana mootichaa* irra asii fi achi deddeebiʼaa ture. Baaxii manichaa irra utuu jiruu dubartii dhaqna dhiqachaa jirtu tokko arge; dubartittiin baayʼee bareedduu turte.
2 Daawit gaaf tokko galgala* siree isaa irraa kaʼee baaxii mana mootichaa* irra asii fi achi deddeebiʼaa ture. Baaxii manichaa irra utuu jiruu dubartii dhaqna dhiqachaa jirtu tokko arge; dubartittiin baayʼee bareedduu turte.