2 Mootota 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Bara sanatti Hisqiyaas dhukkubsatee duʼa jala gaʼee ture.+ Isaayyaas raajichi ilmi Amooz dhufee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati ni duuta malee hin fayyitu; kanaafuu, maatii keetiif qajeelfama kenni’”+ isaan jedhe.
20 Bara sanatti Hisqiyaas dhukkubsatee duʼa jala gaʼee ture.+ Isaayyaas raajichi ilmi Amooz dhufee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati ni duuta malee hin fayyitu; kanaafuu, maatii keetiif qajeelfama kenni’”+ isaan jedhe.