LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 19:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Baarzilaay+ Giiliyaadichi mooticha gara laga Yordaanositti geggeessuuf Rogeeliim irraa gara Yordaanositti gad buʼe. 32 Baarzilaay nama umurii waggaa 80 yeroo taʼu, baayʼee dulloomee ture; inni baayʼee sooressa waan tureef, mootichi yommuu Mahaanaayim keessa jiraachaa turetti nyaata isaaf fidee ture.+

  • 1 Mootota 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Ilmaan Baarzilaay+ Giiliyaadichaa garuu yommuu ani obboleessa kee Abishaalom jalaa baqadhetti+ na cinaa waan dhaabbataniif,+ jaalala amanamaa isaanitti argisiisi; isaan warra maaddii kee irraa nyaatan keessaa tokko akka taʼanis godhi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi