-
2 Saamuʼel 16:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis mootichi, “Wantoota kana kan fidde maaliifi?” jedhee Ziibaa gaafate. Ziibaanis deebisee, “Harroota kana maatiin mootichaa akka irra taaʼaniif, daabboo fi firii bonaa kana dargaggoonni akka nyaataniif, daadhii wayinii kana immoo warri lafa onaa keessatti dadhaban akka dhuganiifan fide” isaan jedhe.+
-