LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 17:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Ahitoofel Abishaalomiin akkana jedhe: “Maaloo, namoota 12,000 filadhee kaʼeen harʼa galgala Daawitiin ariʼa. 2 Ani yommuu inni bututee fi humna dhabee* jirutti tasa isatti nan baʼa;+ achiis isa nan naasisa; namoonni isaa wajjin jiran hundis ni baqatu; anis mooticha qofa nan rukuta.+ 3 Achiis namoota hundumaa gara keetti nan deebisa. Namoonni hundi gara keetti deebiʼuun isaanii, wanta namicha ati barbaaddu sana irra gaʼu irratti kan hundaaʼe dha. Sana booda namoonni hundi nagaadhaan ni jiraatu.”

  • Faaruu Ermiyaas 4:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hafuurri funyaan keenyaa, inni Yihowaan dibe+

      Inni waaʼee isaa, “Nuti gaaddisa isaa jalatti saboota gidduu jiraanna” jenne sun boolla isaanii isa guddaa keessatti qabameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi