-
2 Saamuʼel 18:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Mootichis, “Wanta gaarii fakkaatee isinitti mulʼate akkamii iyyuu nan godha” isaaniin jedhe. Kanaafuu, mootichi karra magaalattii bira dhaabbate; namoonni sun hundis dhibba dhibbaa fi kuma kumaan taʼanii gad baʼan.
-