2 Saamuʼel 22:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Yihowaan jiraataa dha! Qarsaan+ koo haa jajamu! Waaqni qarsaa fayyinaa koo taʼe ol haa qabamu.+ Faarfannaa 144:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 144 Yihowaan inni Qarsaa koo+ taʼe,Inni harka koo waraanaaf,Quba koos lolaaf leenjisu+ haa jajamu.