1 Mootota 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Ilmaan Baarzilaay+ Giiliyaadichaa garuu yommuu ani obboleessa kee Abishaalom jalaa baqadhetti+ na cinaa waan dhaabbataniif,+ jaalala amanamaa isaanitti argisiisi; isaan warra maaddii kee irraa nyaatan keessaa tokko akka taʼanis godhi.
7 “Ilmaan Baarzilaay+ Giiliyaadichaa garuu yommuu ani obboleessa kee Abishaalom jalaa baqadhetti+ na cinaa waan dhaabbataniif,+ jaalala amanamaa isaanitti argisiisi; isaan warra maaddii kee irraa nyaatan keessaa tokko akka taʼanis godhi.