-
2 Saamuʼel 19:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Mootichis deebiʼuuf karaa jalqabee Yordaanos gaʼe; namoonni Yihudaas mooticha simachuu fi gara Yordaanos gamaatti isa geggeessuuf gara Gilgaalitti+ dhufan.
-