LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 17:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Abishaalom bakka Yoʼaab,+ Amaasaa+ ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; Amaasaan ilma Yitraa* isa nama Israaʼel taʼee fi Abigaayil+ ishii intala Nahaash taate sanaa ture; Abigaayil obboleettii Zeruuyaa yeroo taatu, Zeruuyaan immoo haadha Yoʼaab turte.

  • 2 Saamuʼel 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Amaasaadhaan+ immoo, ‘Ati lafee koo fi foon koo mitii? Kanaafuu, ati ammaa jalqabee bakka Yoʼaab+ buutee ajajaa raayyaa waraanaa kootii yoo taʼuu baatte, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu’ isaan jedhaa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi