Iyyaasuu 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, Iyyaasuun isaanii wajjin nagaa uume;+ lubbuudhaan akka isaan dhiisus isaanii wajjin kakuu gale; geggeessitoonni yaaʼichaas isaaniif kakatan.+
15 Kanaafuu, Iyyaasuun isaanii wajjin nagaa uume;+ lubbuudhaan akka isaan dhiisus isaanii wajjin kakuu gale; geggeessitoonni yaaʼichaas isaaniif kakatan.+