9 Achiis Gibeʼonotatti dabarsee isaan kenne; isaanis Yihowaa duratti gaaricha irratti reeffa isaanii fannisan.+ Torban isaaniis walii wajjin duʼan; isaanis guyyoota jalqabaa makarri itti sassaabamutti, jechuunis yeroo makarri garbuu sassaabamuu jalqabutti ajjeefaman.