1 Seenaa Baraa 20:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kana booda Geezeritti Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame. Yeroo sanatti Sibekaay+ Hushaatichi, Siphaay isa sanyii Refaayim+ taʼe ni ajjeese; isaanis ni moʼaman.
4 Kana booda Geezeritti Filisxeemotaa wajjin waraanni ni jalqabame. Yeroo sanatti Sibekaay+ Hushaatichi, Siphaay isa sanyii Refaayim+ taʼe ni ajjeese; isaanis ni moʼaman.