-
1 Seenaa Baraa 20:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ammas Gaatitti+ waraanni ni jalqabame; namichi akka malee guddaa taʼe,+ harka isaa lamaan irraa quba jaʼa jaʼa qabuu fi miila isaa lamaan irraa quba jaʼa jaʼa qabu, walumaa galatti quba 24 qabu tokko achi jira ture; inni sanyii Refaayim+ ture. 7 Inni Israaʼelotatti ni qoosa+ ture. Kanaafuu, Yonaataan ilmi Shimeʼaa+ obboleessa Daawit isa ni ajjeese.
8 Namoonni kun namoota Gaat+ sanyii Refaayim+ turan; isaan harka Daawitii fi harka tajaajiltoota isaatiin ni kufan.
-