1 Saamuʼel 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Filisxeemichi, “Ani harʼa loltoota Israaʼel warra hiriira galanii dhaabbatan nan qaanessa.*+ Nama tokko naa kennaa, wal haa lollu!” jedhe. 1 Saamuʼel 17:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa. 2 Mootota 19:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ati kan itti qoostee fi kan arrabsite eenyuuni?+ Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+ Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni? Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+
10 Achiis Filisxeemichi, “Ani harʼa loltoota Israaʼel warra hiriira galanii dhaabbatan nan qaanessa.*+ Nama tokko naa kennaa, wal haa lollu!” jedhe.
45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.
22 Ati kan itti qoostee fi kan arrabsite eenyuuni?+ Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+ Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni? Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+