-
Faarfannaa 18:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yihowaan akka qajeelummaa kootti,
Akkuma harki koo isa duratti qulqulluu taʼettis naaf haa deebisu.+
-
-
Fakkeenya 5:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sababiin isaas, daandiin namaa ija Yihowaa dura jira;
Inni karaa isaa hundumaa ni qora.+
-