Faarfannaa 12:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha. Fakkeenya 30:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dubbiin Waaqayyoo hundi kan qulqulleeffame dha.+ Inni warra isatti kooluu galaniif gaachana.+
6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha.