2 Saamuʼel 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ish Bosheet ilmi Saaʼol Israaʼel irratti mootii yommuu taʼu umuriin isaa waggaa 40 ture; inni waggaa lamaaf ni bulche. Manni Yihudaa garuu Daawit cinaa dhaabbate.+
10 Ish Bosheet ilmi Saaʼol Israaʼel irratti mootii yommuu taʼu umuriin isaa waggaa 40 ture; inni waggaa lamaaf ni bulche. Manni Yihudaa garuu Daawit cinaa dhaabbate.+