Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ Faarfannaa 144:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 144 Yihowaan inni Qarsaa koo+ taʼe,Inni harka koo waraanaaf,Quba koos lolaaf leenjisu+ haa jajamu.
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+