-
2 Saamuʼel 10:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Daawitis waaʼee kanaa yommuu dhagaʼu, loltoota isaa warra ciccimoo+ taʼan dabalatee Yoʼaabii fi guutummaa raayyaa waraanaa isaa ni erge.
-
-
1 Seenaa Baraa 11:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Dura buutonni loltoota Daawit warra jajjaboo taʼanii kanneen kana turan; isaanis Israaʼelota hundumaa wajjin taʼuudhaan Yihowaan Israaʼeliin ilaalchisee akka dubbatetti mootii isa gochuudhaaf+ deggersa cimaa isaaf ni godhan.
-