1 Seenaa Baraa 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Maqaan loltoota jajjaboo Daawit kanneen kana dha: Yaashobiʼaam+ ilma Hakmoonichaa isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 300 ni ajjeese.+
11 Maqaan loltoota jajjaboo Daawit kanneen kana dha: Yaashobiʼaam+ ilma Hakmoonichaa isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 300 ni ajjeese.+