-
Abbootii Murtii 8:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis Giidewon gara Yordaanos dhufee lagicha ni ceʼe. Innii fi namoonni isaa wajjin turan 300n dadhabanii kan turan taʼus, diinota isaanii ariʼuu isaanii itti fufan.
-