LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 11:22-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa nama onnataa* Qaabzeʼel+ keessatti gochawwan gootummaa hedduu raawwate dha. Inni ilmaan Ariʼeel isa nama biyya Moʼaab taʼe sanaa lamaan ni ajjeese; akkasumas, guyyaa cabbiin buʼe tokkotti boolla bishaanii tokko keessa seenee leenca ajjeese.+ 23 Kana malees, inni namicha Gibxii akka malee guddaa taʼee fi dhundhuma shan dheeratu*+ tokko ajjeeseera. Namichi Gibxii sun harka isaatti eeboo mukti isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaatu+ kan qabate taʼus, inni garuu ulee qabatee isa loluu deeme; achiis eeboo namicha Gibxii sanaa harka isaa irraa butee, eeboo sanaan isa ajjeese.+ 24 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa wantoota kana ni raawwate; inni akkuma loltoota jajjaboo sadan sanaa beekamaa ture. 25 Inni namoota soddomman caalaa beekamaa yoo taʼe iyyuu, sadarkaa namoonni sadan sun qaban hin arganne.+ Haa taʼu malee, Daawit ajajaa eegdota ofii isaa godhee isa muude.

  • Fakkeenya 30:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Leenca isa bineensota hundumaa caalaa jabaa taʼe,

      Isa eenyu jalaa iyyuu hin baqanne,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi