1 Seenaa Baraa 2:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 Maatiin Qiriyaat Yeʼariim, Yitroota,+ Puutota, Shumaatotaa fi Mishroota turan. Zoraatonnii+ fi Eshtaaʼoloonni+ kan argaman kanneen kana irraa ture.
53 Maatiin Qiriyaat Yeʼariim, Yitroota,+ Puutota, Shumaatotaa fi Mishroota turan. Zoraatonnii+ fi Eshtaaʼoloonni+ kan argaman kanneen kana irraa ture.