-
1 Seenaa Baraa 21:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Daawit ol jedhee yommuu ilaalu, maleekaan Yihowaa goraadee Yerusaalem irratti luqqifame tokko harka isaatti qabatee lafaa fi samii gidduu dhaabbatee arge.+ Daawitii fi jaarsoliin sunis uffata gaddaa uffatanii+ yeruma sana adda isaaniitiin lafatti gombifaman.+ 17 Daawitis Waaqa dhugaatiin, “Sabichi akka lakkaaʼamu kan ajaje ana mitii? Cubbuu kan hojjete ana dha; balleessaa kan raawwates ana dha;+ hoolonni kun garuu maal godhan? Yaa Waaqa koo Yihowaa, maaloo, harki kee ana irrattii fi mana abbaa koo irratti haa dhufu; garuu saba kee irratti dhaʼicha kana hin fidin”+ jedhe.
-