-
2 Saamuʼel 2:22, 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, Abneer ammas Asaaheliin, “Na ariʼuu kee dhiisi. Maaliif harka koo irratti duuta? Sana booda akkamittan ija obboleessa kee Yoʼaab ilaaluu dandaʼa?” jedhe. 23 Inni garuu isa biraa deebiʼuu waan dideef, Abneer jinfuu eeboo isaatiin garaa isaa waraane;+ eeboon sunis karaa dugda isaa baʼe; innis achumatti kufee yeruma sana duʼe. Namni bakka Asaahel kufee itti duʼe dhufu hundi takka achi ni dhaabbata ture.
-