-
2 Saamuʼel 2:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sana booda Yoʼaabii fi Abishaay Abneeriin ariʼuu jalqaban. Yommuu aduun lixuu jalqabdus, gara tabba Aamaa isa daandii lafa onaa Gibeʼonitti geessu irra fuullee Giyaatti argamuu dhufan.
-