Abbootii Murtii 20:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Yeroo kanatti namoonni Israaʼel hundi gara Beetelitti ol baʼan. Achittis Yihowaa dura taaʼanii ni booʼan;+ guyyaa sanatti hamma galgalaatti ni sooman;+ Yihowaa durattis aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ ni dhiheessan.
26 Yeroo kanatti namoonni Israaʼel hundi gara Beetelitti ol baʼan. Achittis Yihowaa dura taaʼanii ni booʼan;+ guyyaa sanatti hamma galgalaatti ni sooman;+ Yihowaa durattis aarsaawwan gubamanii+ fi aarsaawwan gamtaa+ ni dhiheessan.