8 “Shimeʼiin ilmi Geeraa Biiniyaamtichi inni Baahuriimii dhufes sii wajjin jira. Inni guyyaa ani gara Mahaanaayim dhaqaa turetti+ abaarsa cimaa na abaareera;+ na simachuuf gara Yordaanositti yeroo gad buʼetti garuu, ‘Ani goraadeedhaan si hin ajjeesu’ jedhee maqaa Yihowaatiin isaaf kakadheera.+