-
1 Seenaa Baraa 27:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanneen kun geggeessitoota gosoota Israaʼel turan: Ruubenota keessaa ilma Zikrii kan taʼe Eliiʼezar, Simiʼoonota keessaa ilma Maʼaakaa kan taʼe Shefaatiyaa, 17 gosa Leewwii keessaa ilma Qemuʼel kan taʼe Hashaabiyaa, sanyii Aaron keessaa Saadoq,
-