LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 1:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Dhuma irrattis Adoniyaan hoolota, loonii fi horiiwwan coccoomoo dhagaa Zoheleet isa Een Rogeelitti dhihoo jiru biratti aarsaa godhee dhiheesse;+ inni obboloota isaa warra ilmaan mootichaa taʼan hundumaa fi namoota Yihudaa warra tajaajiltoota mootichaa taʼan hundumaa ni waame. 10 Haa taʼu malee, inni Naataan raajicha, Benaayaa fi loltoota jajjaboo, yookiin obboleessa isaa Solomooniin hin waamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi