LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 5:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Amma garuu Waaqni koo Yihowaan kallattii hundumaatiin boqonnaa naaf kenneera.+ Kan na mormu tokko illee hin jiru; wanti hamaanis raawwatamaa hin jiru.+

  • 1 Seenaa Baraa 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+

  • Faarfannaa 72:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Bara isaatti namni qajeelaan ni lalisa,*+

      Hamma addeessi dhabamtuttis nagaan ni baayʼata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi