Fakkeenya 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yaa dhibaaʼaa+ nana, gara goondaa* dhaqi;Daandiiwwan ishii ilaali, ogeessas taʼi. Fakkeenya 30:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Goondaan uumama* cimtuu miti,Taʼus yeroo bonaatti nyaata ishii qopheeffatti.+