1 Mootota 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Daawit Mootichi ni dulloome;+ umuriin isaas ni sokke;* uffata dabalataa yoo itti uwwisan iyyuu isatti hoʼuu hin dandeenye. 1 Mootota 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaanis guutummaa naannoo Israaʼel keessaa shamarree bareedduu barbaadanii Abishaag+ Shunaamittii+ argatan; gara mootichaattis ishii fidan.
1 Daawit Mootichi ni dulloome;+ umuriin isaas ni sokke;* uffata dabalataa yoo itti uwwisan iyyuu isatti hoʼuu hin dandeenye.
3 Isaanis guutummaa naannoo Israaʼel keessaa shamarree bareedduu barbaadanii Abishaag+ Shunaamittii+ argatan; gara mootichaattis ishii fidan.