2 Seenaa Baraa 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kunoo, anis tajaajiltoota kee warra qoraan falaxanii fi muka muraniif soorata akka taʼuuf, qamadii qorosii* 20,000, garbuu qorosii 20,000, daadhii wayinii baatii* 20,000 fi zayitii baatii 20,000 nan qopheessa.”+
10 Kunoo, anis tajaajiltoota kee warra qoraan falaxanii fi muka muraniif soorata akka taʼuuf, qamadii qorosii* 20,000, garbuu qorosii 20,000, daadhii wayinii baatii* 20,000 fi zayitii baatii 20,000 nan qopheessa.”+