18 Achiis Rooboʼaam Mootichi, Adoraam+ isa warra hojii dirqamaa akka hojjetan filataman irratti itti gaafatamaa taʼe gara isaaniitti ni erge; haa taʼu malee, guutummaan Israaʼel dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan. Rooboʼaam Mootichi garuu gaarii fardaa isaa irra taaʼee gara Yerusaalemitti baqate.+