-
1 Mootota 6:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Manichi kan ijaarame dhagaa iddoo qotamee baafametti bocamee qopheeffameen waan taʼeef,+ yommuu manichi ijaaramaa turetti sagaleen burruusaa yookiin sagaleen qottoo yookiin sagaleen meeshaa sibiilaa tokko illee hin dhagaʼamne.
-