2 Seenaa Baraa 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Barandaan inni fulduraa dheerinni isaa dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee ture; ol dheerinni isaas 20 ture;* innis keessa manichaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise.+
4 Barandaan inni fulduraa dheerinni isaa dhundhuma 20 yeroo taʼu, dalga manichaa wajjin qixxee ture; ol dheerinni isaas 20 ture;* innis keessa manichaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise.+